'Gaafa roobu ni dhimmisa' akkuma jedhan barana Maanchister Yuunaayitid dirree kubba miilaa irratti qofa miti kan qabxii dhabe. Sadarkaa nyaata kilebichi maamiloota isaaf guyyaa dorgommiifi kaan ...