Aartistonni Afaan Oromootiin walleewwan garaagaraa hojjetan akkaataa eeganiin irraa fayyadamuu dhabuusaanii kaasaa turanis yeroo dhiyoo as garuu fudhatamummaan walleewwan Afaan Oromoo dabalaa jira.
Wal dorgommiin faaruu rakkoo nageenyaa Bulchiinsa Marsabit keessa jiru furuuf buufata raadiyoon gaggeeffamaa ture xumurame. Dorgommiin Sing For Peace yookaan Nagaaf Sirbi jechuun buufata raadiyoo ...