Itoophiyaa keessatti naannoon 12ffaa 'Naannoo Kibba Itoophiyaa' jedhu guyyaa har'aa hundaa'e. Manni Maree Federeeshinii guyyaa har’aa walgahii idilee gaggeesseen naannoon kuni akka hundaa’u ...
Gaazexeessaan OMN Guyyoo Waariyoo kan ajjeefamuu isaa torbee tokko dura Haacaaluu Hundeessaa waliin gaaffiifi deebii taasise hidhamuu maatiin isaa BBCf mirkaneessan. BBCn akka maatiirraa odeeffateetti ...